Adoolessa 5,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Magaalaa Hamdaa keessatti Maqaa faaydaa addaa Finfinneetin Mormiin ka’uutu mala jechuun Wayyaanen Ummata walitti qabdee eddoo kamittuu mormiin maqaa kanaan kan ka’u yoo taate jiraattonni Aanichaa Ujoollee teessan akka hojii misoomaa mootummaan eegale hin gufachiifne jiraataan kamuu maqaa kanaan
mormii godhuuf akka manaa hin baane fuula keessan gara misoomaaf nageenya naannoo keennaa akka godhattan jechuun kaabinoonni manneen barnootaa hunda keessatti umnata doorsisaa jiraachuun dhagayamee jira.