Artistooti Oromoo Beekamoon Lama Loltoota Wayyaaneen Butaman.

Waxabajjii 28,2017 /Godina Shaggar Kaabaa Kaabaa aanaa Giddaatti weellistoonni Oromoo lama butamanii jiru. Weellistoonni kun

  1. Mogoroo Jifaarii fi
  2. Shimallis Abbaabuu

Jedhaman,weellistoonni kun kana duras magaalaa sulultaatti ukkaamfamuun Wajjira poolisii Sulultaatti ergi guyyaa muraasa dararaamanii booda gad lakkifamii turan ammas marsaa lammaffaa,Godina Shaggar  kaabaa aanaa giddaatti ukkaamfamuun wajjiraa Poolisii aanaa giddaa keessatti dararaamaa jiraachuu gabaasni Qeerroo Giddaa ni addeessa.

 

1 thought on “Artistooti Oromoo Beekamoon Lama Loltoota Wayyaaneen Butaman.

  1. Pingback: Artistooti Oromoo Beekamoon Lama Loltoota Wayyaaneen Butaman. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a comment