Godina Lixa Shaggar Magaalota Gincii fi Amboo Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

Waxabajjii 26/2017 Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ginciitti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo Barattoota Oromoo M/B Giincii Sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’inaan finiinee itti fufee jira . Gabaasaa dabalataan Walitti deebina. 

Kana malees magaan Amboo diddaa sirna gabroomfataa Wayyaanee itti cimuun waraana agaazii fi humna poolisaa federaalaan cinqamtee jirti.

https://youtu.be/4GrKIqgA2xk

1 thought on “Godina Lixa Shaggar Magaalota Gincii fi Amboo Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

  1. Pingback: Godina Lixa Shaggar Magaalota Gincii fi Amboo Keessatti FXG Itti Fufee Oole. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a comment