#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture Aside Posted on June 24, 2017 by Qeerroo #FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture toftaa isa jijjiiruun guyyaa 16/10/2009 Jimaata har’a sa’a 10:00 irratti # mana kuusaa irishaa sebil foddaa isa caccabee jira, # selam Bus tokko hojii ala gochuuf federal police fi Oromiya police irratti Dhakaan midhaan irra ga’ee jira # benizil jarkana dhan qopha’ee ture. Xiqqoof selem bus jala Agzin ba’ee. Toftaa addaa ture. Agzin dhuma qormaataa guyyaa har’a yeroo sa’a 4:30 irratti mormiin ka’uu mala jedhanii egaani turani.garuu tarkanfii chii eega Agzin galtee turee booda irranfachiisuun ture. Bakkii tarkanfiin itti fudhatame perperatory Ambo irra hanga mana murtii godinaa bara 2016 gubatee ture.Gommaan konkoolaataa benizilan asphaltii irratti gubachuu calqabee ture. Via Dhábasá Wakjira Gemelal Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading... Related
Pingback: #FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA