TPLF Harargee Bahaa Magaalaa Haromaayaa Keessatti Jala Deemtota Leenjifatte.

19145771_456461391384222_5271405825582311_nWaxabajjii 18,2017/Harargee Bahaa Magaalaa Haromaayaa keessatti Milishoonni Wayyaanen leenjifte eebbifamuun hojirratti bobba’uun guyyaa kaleeysaa uffanni seeraa waajjira nageenyaa aanichaatiin bitamee hiramuu fi waraqaan ragaa adda addaatiis kennameefii jiraachuun dhagayamee jira

1 thought on “TPLF Harargee Bahaa Magaalaa Haromaayaa Keessatti Jala Deemtota Leenjifatte.

  1. Pingback: TPLF Harargee Bahaa Magaalaa Haromaayaa Keessatti Jala Deemtota Leenjifatte. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a comment