Waxabajjii 18,2017/ Godina Arsii Aanaa Jajuutti Qeerron Bilisummaa Oromoo Aanaa Jajuu Kijiba Wayyaanetiif gurra hin kenninu qabsoo finiinsuuf malee qabsoo qancarsuuf hin gurmoofne hanga wayyaanen biyya teenna gadhiiftee yaatuu qabsoo eegallee kumaatamni itti dhumee itti hidhamaa jirurraa duubatti hin deebinu jechaa jiru.