Barsiisota Godina Harargee Lixaa Aanaa Masalaa Magaalaa Masalaa Lafa Isinii Kennina Jechuun Ummata Naannichaa Garii Buqisaa Jiru.

This slideshow requires JavaScript.

Waxabajjii 18,2017/Dilbata Godina Harargee Lixaa Aanaa Masalaa Magaalaa Masalaa keeysatti Wayyaaneen Barsiiftotaf lafa kennineerra ummanni hunduu waldaan wal ijaaree faaydaa mootummaarraa arkachuu qabu hundaawuu arkachuu dandaha kanaaf jiraattonni aanichaa hundinuu ijaaramuudha qabdu jechaa jiru.

Gama biraan Aanaa Aqaaqiitti konfiransiin Liigii dubartootaa gaggeeffamaa jiraachuun dhagayame.akka oduun achii nu gahe himutti marii adda addaa godhaa kan jiran yoo ta’uu waa’ee jijjiirraa Qubee Afaan Oromoo bal’innaan irratti marii gochaa jiraachuu fi Ganda gandaan dura teettonni liigii dubartootaa ummataaf Qubeen akka hin jijjiiramin hubannoo uumuu qabus jedhamaa jiraachuun dhagayameera

1 thought on “Barsiisota Godina Harargee Lixaa Aanaa Masalaa Magaalaa Masalaa Lafa Isinii Kennina Jechuun Ummata Naannichaa Garii Buqisaa Jiru.

  1. Pingback: Barsiisota Godina Harargee Lixaa Aanaa Masalaa Magaalaa Masalaa Lafa Isinii Kennina Jechuun Ummata Naannichaa Garii Buqisaa Jiru. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a comment