Magaalaa Jimmaa Keessatti Galii Gibiraa Kaffaluu diddan jedhamuun Uummatarratti Mana Cufuun Itti Fufe.

Waxabajjii 7,2017 Duulli karaa ergamtuu diinaa OPDO uummatarratti dalagamu itti fufuun, guyyaa torbaa oliif magaalaa jimmaa keessatti gibira kaffaluu diddan jedhamuun aangoo seeraan alaa fayyadamuun mana daldalaa uummatarratti cufuun itti fufe. Haalaa kana keessatti daldaltoonni danuun hanqina maallaqaaf jecha akka malee miidhamaa jiraachuun dubbatame.
Bakkeewwaan magaalicha keessaa irratti xiyyeffatamee cufamaa jiru Qocii, Ajiippii, Naannoo Ginjoo Guduruu, Jireen, Kuulloo Barrii fi kanneen kaan keessattillee duullu mana daldalaa samsuu cimee itti fufee jira

1 thought on “Magaalaa Jimmaa Keessatti Galii Gibiraa Kaffaluu diddan jedhamuun Uummatarratti Mana Cufuun Itti Fufe.

  1. Pingback: Magaalaa Jimmaa Keessatti Galii Gibiraa Kaffaluu diddan jedhamuun Uummatarratti Mana Cufuun Itti Fufe. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s