Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree Wayyaneeerga FXG Oromiyaa keessatti dhowee kaasee ajjechaa fi hidhaa irraa duubatti deebi’ee hin beeku ammas haaluma kanaan uummata Oromoo mana hidhaatti guuraa jiraachuun ifaadha,lubbuu hedduun itti wareegamee jira,kumaatam aguddaadhan kanlakkaawamu lubbuu ilmaanOromoo bade jira. LolliLiyyuu Hail addaaddaaWayyaaneenummataOromooirrattibobbaaftuji’ootajahaaoldeemaajira. Lubbuu fi qabeenyiOromoobadaajirudaangaahinqabu. Ajjechaa fi hidhaauumataOromooirragahajirutarreessuunbarbaachisummaahinqabu; kana boodasirnanamanyaataamootummaaTPLFtti jinni caamsaa kun xumuraisaatahuuqaba. KanaafuummanniOromoo
- OPDO keessakanjirtan
- Humnawaraanaakeessakanjirtan
- Poolisootakeessakanjirtan
- Milishotaa fi
- Ajajootaolaanookeessakanjirtanhundaaf
Caamsaa 28 irraakaaseewalgahii fi ayyaanagaragaraa TPLF waamichataasisudhiignikeenyamadaankeenyasosoohinqoorinwayyaaneefragaduuhinqabnu!!
Yeroo FXG finiinsuudhaanmootummaawayyaaneekanattixumurataasisuuwaantaheefgaaffiinuummataOromoogaaffii
- Mirgasiyaasaa
- Gaaffiisaamichilafaadhaabbachuu
- Gaaffiibilisummaa
- Gaaffiigabrummaajalaabahuu
- OPDOnuummataOromoobakkabu’aaosoohinjirrefedhiiWayyaaneeraawwataajirtuhubachuundiddaaittifufuuti!
Kanaaf jinni kun yknkurmaannifuulakeenyadurajiru kun xumurasirnamootummaa TPLF akkatahuufuummanniOromoobakkajiruuCaamsaa 28, 2017 (Ginbot 20, 2009) irraakaasee FXG ittifufuuakkaqabuQeerroonBilisummaawaamichaisaadabarseera.
InjifannoonuummataOromoof
GadaanGadaaBilisummaati
jabaadhaa