Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaa Keessatti Ergamtooti Wayyaaneen Darggoota Qabachuuf Tattafataa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Gadab Asaasaa

Caamsaa 19/2017 Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaatti Tiraaaktaroota Qonnaa Dargaggoota hojii hin gabne waldaalee 17n Ijaaramaniif Bulchiisi Aanaa Keennaa Bite jechuun dura taa’aan waajjira dhaaba OPDO Musxafaa Sheekaa Konkolaattota magaalattii keessa naannessisiisuun qalbiidargaggoota Aanichaa hatuuf sagalee gudfiftuun magaalattii keessaa olola oifsisaa ooluu maddeen oduu Qeerroo Gadab Asaasaa Gabaasanii jiru

Gadab Asaasaa

Leave a comment