Caamsaa 12/2017 Godina Shaggar Bahaa Aanota hundarraa Ummata wal gahii teessisaa jiru. Maqaa Kiraasassaabdummaa fi Daldala seeran alaa jedhuun Itti Gaafatamaan Wajjira Dhaabaa Obbo Geetaachoo Taamiraat kaabinoota Godinaa wajjiin Ummata wal gahii teessisaa jiraachuu fi Qaamota kaayyoo ABO galmaan gayuuf socho’an hunda bakka agartanii fi quba qabdan hundatti qaamota kumaandi poostiitti akka himtan jechuun wal gahii irra jiraachuu fi wal gahichis guyyaa sadihiif akka itti fufu Qeerron Naannawa Adaamaa gabaasee jira.

Ashaam ,Moottumman wayyaanee TPLF akka sarree martee olii fi gadii fiddii malee ,Qabasoo finiciilaa xumura gabrumaa kaan qeerroo oromoo fii ABO akkasum humnaa ittisa hawaasa gageffamaa jiruu boadatii debisuu hidandesuu…..gadaan gadaa billisummat ,injifannoon taa ummataa oromootii… horaa bulaa…