|
|
|
|
Caamsaa 8 /2017 Godina Arsii Aanota hundatti Wayyaaneen Milishoota hanga gandaatitti Barana ijaaraa Baate Aanota hundatti wal gahii teessisaa jiraachuun dhagayamee jira.Akka Oduun Aanota tokko tokko irraa arganne ibsutti Dhimmi wal gahii kanaa Milishoota ijaaraman kana keessaa kanneen Oromummaaf quuqama qabanii fi hin qabne qorachuun addaan baasanii warra quuqama sabaa qaban hojirraa dhaabuuf akka ta’es maddeen Oduu keenyaa itti dabaluun ifoomsanii jiru.
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress