Godina Gujii Lixaa Aanaa Qarcaa keessatti Ummanni Dirqamaan Gibira Kaffalchifamaa Jiru.

Caamsaa 9,2017/ Godina Gujii lixaa Aanaa Qarcaatti Wayyaaneen Ummata dirqamaan mana manarra deemtee gibira kaffalchiisaa jiraachuun dhagayamaa jira.Akka Oduun achii arganne addeesitutti daldaltoota magaalaa fi hanga Qotee bulaa baaddiyyaattii dirqaman mana manarra deemanii gibira humna isaanitii ol kaffalchiisudhaaf dirqisiifamaa akka jiran maddeen Oduu Qeerroo naannawa sanii gabaasanii jiru.

Leave a comment