Godina Arsii Lixaa Aanaa Kokosaatti Dargaggoota walitti qabanii maallaqa hanga feetan isiniif kenninaa gocha badiirraa gara misoomaa dacha’aa jettee kaabinoonni Aanichaa kadhataa jiru,Dargaggoonni Qeerroon Bilisummaas nu rakkoon keenna maallaqa horachuu osoo hin taane gabrummaa TPLF jalaa bahuudha.mirga ufii karaa nagayaatiin gafachuun akkamitti gocha badii ta’e jechuun gaafilee ciccimoo gaafataniiru.kaabinoonni wayyaanees gaaffii keessan qaama dhimmi ilaallatu biraan isinii geenna jechuun deeman Jedha gabaasni Qeerroo Aanichaa irraa nu gahe

Leave a comment