Anaa Baabboo Gambeel Godina Wallaggaa Ummataa fi Humna Waraana Wayyaanee Jidduu Walitti Bu’iinsi Jiraachuun Beekame.

Bitootessa 28,2017 /Godina Wallaggaa  Anaa Baaboo Gambeel Keessaattii humni waraana Wayyannee uumataa nagaa gooluu irraan kan ka’e ummanni naannichaa wal gurmeessuun waraanni jiraattoota nagaatti roorrisu akka naannicha gadhiisee bahu yoo gaafatan illee ummata reebuu fi doorsisuun waan itti fufeef jecha gartuun komaandi poostii jedhamu  mormii dhageessisuuf jettu jechuun uummata ba’aaf galla dhowwa jiru.. Magaalaan Baaboo moraa Leenjii warrannaa fakkataa yeroo amma kana uummanii deeme galuuf soda keessa jira…dhimaa kana irraattii Baaboodha nama dubbisunu qaban.

https://youtu.be/vaxNXT15Kmc

Leave a comment