SBO Bitootessa 10,2017. Oduu fi gaaffii fi deebii miseensa poolisa federaalaa kan ture dargaggoo Caalaa Muddee waliin godhame kutaa 2ffaa

2 thoughts on “SBO Bitootessa 10,2017. Oduu fi gaaffii fi deebii miseensa poolisa federaalaa kan ture dargaggoo Caalaa Muddee waliin godhame kutaa 2ffaa

  1. Pingback: SBO Bitootessa 10,2017. Oduu fi gaaffii fi deebii miseensa poolisa federaalaa kan ture dargaggoo Caalaa Muddee waliin godhame kutaa 2ffaa – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

  2. odeeffanoo nuuf kennuu keessaniif galatoomaa. Garuu amma yoomiitti baqattanii biyya ormaa keessatti haftuu? Bilisummaan keenya yoomii?maaliif ala qofaa teessuu?qabsoon diina irraa fagachuun ni taati?Diina itti siqaniiti malee irraa fagaatanii akkamitti loluu dandayuu?ABOn biyya keessatti irra caalaa yoo nu wajjin hojjate malee ala qofa taaëe bilisummaa ni fida jettuu? mee itti haa yaadnu. Har’i akka kalleessaa hin tahu. kanaafuu yeroo wajjin yoo deemne malee akkuma kaleessaatti harás jiraachuun hin taatu.Toftaa harayaa haa hordofnu.

Leave a comment