Bitootessa 6,2017
Godina Arsii keessatti kumaand poostiin ummata nagayaa hidhaan dararuu itti fufuun Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa keessatti namoota Xoollayitti hidhamanii gadhiifaman Sababii namootni hedduun T-shirt Irra hin deebi’amu jedhuufii barruulee Wayyaaneen itti hirte gubanii fi balfa keessatti darbaniif jecha Namoota gara dhibbaaf Shantamaa 150 ta’an Gamoo 2020 Opin Kolleejjii keessatti hiitee erga dararuu eegaltee torbaan gahaa jira,Yeroo ammaa haalli ummanni magaalattii keessa jiru baay’ee yaaddessaa ta’uun dhagayamaa jira.