Bitootessa 2,2017
Godina Wallaggaa Qeelam Anaa Anfilloo keessaa lafti ummataa fudhatamee amma abbootii qabeenyaa dhalootaan Tigiroota ta’aniif kennamaa jira, aanaa Anifiiloo keessatti yeroo ammaa bosona baldhaa fi lafa ummata irraa fudhatame bosonatti ibiddaa qabsiisuun bosona umuriin dheeraa ta’e guggubaa fi manxaasaa jiru.