Godina Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagaloo Naannoo Laga Mi’eessoo Jedhamutti Poolisooti Wayyaanee Ummata Dararaa Turan Irra Miidhaan Gahuu Gabaafame.

Billoo BosheeGurraandhala 6,2017,  Waggoota Dhiyoo Asitti Uummata Oromoo Lixa Oromiyaa Ona Waamaa Hagaloo Dararaa Turte Balaa Gurguddaan Saaxilamte. Barattootaa fi barsiisota qareeyyii hidhuuf reebuin beekamtii guddaa onicha keessatti kan qaban Foolisoonni Sadii balaa Konkolaataan tokko yoo ajjeefamu kaawwan hafan du’aaf jireenya gidduu galuu isaanii ofeessi Qeerroo addeessa.
Akka odeessa kanaatti foolisoonni kunneen torbee darbe namoota hidhanii reebaa turan gara magaalaa Naqamtee mana hidhaa Jaatootti dabarsanii utuu galaa jiranii balaan konkolaataa Aanaa Waamaa Hagaloo Laga Mi’eessoo gubbatti irra gahuun Police Gulummaa kan maqaa abbaasaa yeroof hin argatin battalumatti lubbuin darbe.Isaan keessaa waggoota dheeraaf uummata cunqursee humnaan dhahee reebaa fii saamaa kan ture Police Taaddalee fii Police Guddataa kan jedhaman miidhama guddaa irraa fayyuu hin dandeenyerra gahuu isaanii dhagaa’ame.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: