Hidhamtoonni Oromoo Maakalawwiitti Gidirfamaa Jiran Haala Hedduu Rakkisaa Keessa jirachuun Himame.

Gurraandala 2,2017
Because I am OromoHidhamtoonni Oromoo qaqqaaliin Makalaawwitti hidhamanii jiran dararaa hedduu ulfaataa keessa jiraachuu maddee keenya gabaasa.Akka oduu SQ gahe ifa taasisutti reebichi Makalaawwii keessatti Uummata Oromoorra dhaqqabaa jiru kan  midhama gurguddaa hanga sammuuf qaama hir’achuurra geessisuuf jiru ta’uutu himama.Hidhanii rarraasanii reebuu,humna ibsaan torch taasisuu fii rukuttaa hamaan hidhamtoota Oromoo nagaa irratti taasifamaa jira.Haaluma kanaan hidhamtoota Naqamteerraa hidhaman keessaa kan miidhamni isaanii sadarkaa yaaddoo irra gahee jiru keessaa barreessaa Kitaaba Uddeellaa barataa  Galataa Caalii fi Gaaddisaa mucaa jedhamurratti reebichi qaama bicuu Wayyaaneen gageeffaamaa jiruun dhibee sammuun illee cuqamanii jiraachuu hin hafan kan jedhu keessa Beektonni folisoota Makalaawwii sana keessa hojjetan .nuuf himanii jiran.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: