Godina Arsii Aanaa Balee Keessatti Gootonni Barattooti Oromoo Faaruu Alaabaa Sirna Wayyaanee Farfachuu Diduun FXG Itti Fufan.

4-must-go1Gurraandhala 2,2017 ,Godina Arsii Aanaa Balee keessatti barattoonni faaruu Alaabaa ganama ganama faarfamu faarfachuu diduun dhagayame.akka odeessi Aanicharraa dhufe himutti.Mana Barnootaa Mariiqaa Sad 1ffaa, Mana Barumsa Adamtuu Sad 1ffaa, Mana Barumsaa ingooyyee gooyaa Sad 1ffaa, Mana Barumsa Farzaanaa  sad 1ffaa keessatti ganama har’aa faaruu Alaabaa faarfachuu dhaabanii jiru.

https://youtu.be/dGnGyk5iAtc

1 thought on “Godina Arsii Aanaa Balee Keessatti Gootonni Barattooti Oromoo Faaruu Alaabaa Sirna Wayyaanee Farfachuu Diduun FXG Itti Fufan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (February) | OromianEconomist

Leave a comment