FXG Mooraa Universtiy Wallaggaa Keessatti Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Aamajji 22,2017
Mooraa Yuunibarsiitii Walaggaa keessatti warraaqsi FXG dhohuun yaaddoo guddaa mootummaa ofiin bula biyyattii keessa galchee
jira.Galgala kana mooraa Yuunibarsiitichaa humni diinaa TPLF itti bobbaafamaa jiraachuullee dubbatu.
Haala kana sodaachuu mooraa Jimma Yuunibarsiitii keessa humna hidhatee socho’u bobbaasuun barataa doorsisuuf yaala jiraachuullee
dhagaa’ame.

=> Wallee Onee Goota Oromoo

https://youtu.be/VkEa8YQs7tg

1 thought on “FXG Mooraa Universtiy Wallaggaa Keessatti Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (January) | OromianEconomist

Leave a comment