Duulli Reebichaa Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Walloo Irratti Gartuu Waraana TPLFn Baname.

Amajji 22,2017
Because I am OromoOromiyaa bakkeewwaan hunda keessa akka barbaadan nyaatanii dhuganii,waan fedhan fudhatanii fedhan saamanii fandalaalaa utuu Oromiyaa keessa jiraatanii barattoota keenya barnootaaf manaa bahan biyya keenya keessatti barachuu hin qabdan jechuun duulli jabaan har’a barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Walloo keessaa baratan irratti kaafamuun barattoonni Oromoo baqatanii bahuuf illee haala ulfaata keessa seenanii jiran.”Baroota dheeraaf Yuunibarsiitii Walloo keessatti hanga barannee keessatti akka dhala namatti utuu hin taanee hamma lubbu qabiiyyee illee utuu mirgi keenya nuuf hin kabajamiin jechoota arraabaa isaanii baannee mataa gadi qabanner barachuuf hedduu yaalaa turre.

Ammas karaa deemnuuf bakka teenyyu bakka dubbifnu maratti mataa gadi qabachuun keenya humaa utuu hiika hin qabaatin guyyaa har’a ittuu keessa bahuun biyya keenya keessa jiraachuu hin qabdan nuu gadi lakkisaa jechuun reebichaaf dhaanicha jajjabaa nurraan erga gahaanii booda baqaaf gadi lakkiifnee baanullee gara itti baqannu dhabnee lubbuun keenya kiyyoo keessa jirti.Duula kana deggaruuf loltoonni TPLF nutto duuluun isaanirra goruun gargaaranii nu dhaanaa turan.Barattooni hedduu miidhamaanii jiran,anuu fiigaan si waliin dubbachaa jira,humaa waan furmaata jedhamu hin jiru.Kan du’ullee waan dhibu hin fakkaatu.”jechuun barattoonni achii bilbilaan sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof yaada isaanii yoo kennaan bohichaafillee yaada isaanii haalaan nuu kennuu hin dandeenye.
Haalli kun akkaan waan gaarii yoo isaaniif ta’eef Tigireen hudduu qullaa dhuftee nurratti goobde itti haa fuftu.Nutis biyya qabna biyya
keenya keessaa keessattuu,Yuunibarsiitii Amboo,Wallagaa,Hawwaasaa,Adaamaa,Finfinnee,Jimmaa,Haramayyaa keessa Tigiroota sochoo’aa jirtu kamillee bira utuu hin darbin ajjeesuun gumaa barattoota keenya Yuunibarsiitii Walloo baafachuun Uummanni Oromoo Oromiyaa keessa jirru marti waliin hiriiruun gumaa barattoota dhaanamaa,Ajjeefamaa jiranii haa baafannu.

1 thought on “Duulli Reebichaa Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Walloo Irratti Gartuu Waraana TPLFn Baname.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (January) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s