2 responses

  1. Pingback: SBO Amajjii 11,2017. Oduu fi Haasaa I/An H/D ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo Amajjii 1 guyyaa WBO kan 2017 Giddu gala Mooraa Leenjii ABOtti kabajame irratti taasisan – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

  2. Ashaam ,akkam jirtaan illimman oromoo hundii kessanuu, Gumachaa yaada dhimma yeroo amma fii yaada jajjabesaa Humnaa qabsoot bilisummaa oromoo , WBO fii Qeerroo oromoo…Yeroon amma yeroo murtesiituudha ummataa oromootiif , hatuu finiciila xumur gabrumma gollaabaa itti godhuuf ykn xumuraa itti godhuuf qeerroo fi WBOn golaa oromiyaa hunda kessatii qabsoo hadhoytuu godhaa jiraa ykn carraqaa jiraa, jabadhaa jajjabadhaa issin wajjiin jiraa humnafi qabenyaansii. kaan kessatii warreen farraa qabsoo uummataa oromoo ta’aanii diina wajjiin qabsoo qeerroo fi WBO gufachiissuf carraqaa jiraan hundiinuu itti gaftamaa seenaa jalaa hibahaan hubadhaa. … itti dabaltaa yaada kommii gantuu fi galtuu dhaaf ,Horriin abbaa heduu ykn bayyee qabuu baqqaa hibahuu , jatee oromoon makiimaktee. hatuu dhirroo nutii illimman oromoo abbarrsaa qabnaa moo? yeroo amma qeerroon oromoo warraqsaa xumura gabrumma golaa oromiyaa gutuu kessatii diina wajjiin kokee walqabee osso jiruu, gantuu fi galtuun shirraa fii olloola mootummaa wayyaneet wajjiin adaa bilisumma oromoo irratii xaxaa jirtuu fii gochaa farruma offaa jiraan itti gaftaama seenaa jalaa hibahaan… GADAAN GADAA BILISUMMAT… INJIIFAANOON TAAN UUMMATAA OROMOOT.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: