Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Pingback: SBO Amajjii 11,2017. Oduu fi Haasaa I/An H/D ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo Amajjii 1 guyyaa WBO kan 2017 Giddu gala Mooraa Leenjii ABOtti kabajame irratti taasisan – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA
Ashaam ,akkam jirtaan illimman oromoo hundii kessanuu, Gumachaa yaada dhimma yeroo amma fii yaada jajjabesaa Humnaa qabsoot bilisummaa oromoo , WBO fii Qeerroo oromoo…Yeroon amma yeroo murtesiituudha ummataa oromootiif , hatuu finiciila xumur gabrumma gollaabaa itti godhuuf ykn xumuraa itti godhuuf qeerroo fi WBOn golaa oromiyaa hunda kessatii qabsoo hadhoytuu godhaa jiraa ykn carraqaa jiraa, jabadhaa jajjabadhaa issin wajjiin jiraa humnafi qabenyaansii. kaan kessatii warreen farraa qabsoo uummataa oromoo ta’aanii diina wajjiin qabsoo qeerroo fi WBO gufachiissuf carraqaa jiraan hundiinuu itti gaftamaa seenaa jalaa hibahaan hubadhaa. … itti dabaltaa yaada kommii gantuu fi galtuu dhaaf ,Horriin abbaa heduu ykn bayyee qabuu baqqaa hibahuu , jatee oromoon makiimaktee. hatuu dhirroo nutii illimman oromoo abbarrsaa qabnaa moo? yeroo amma qeerroon oromoo warraqsaa xumura gabrumma golaa oromiyaa gutuu kessatii diina wajjiin kokee walqabee osso jiruu, gantuu fi galtuun shirraa fii olloola mootummaa wayyaneet wajjiin adaa bilisumma oromoo irratii xaxaa jirtuu fii gochaa farruma offaa jiraan itti gaftaama seenaa jalaa hibahaan… GADAAN GADAA BILISUMMAT… INJIIFAANOON TAAN UUMMATAA OROMOOT.