Sadaasa 5,2016
Mooraa Jimma Yuunibarsiitii damee Kitoo Furdisaa keessatti qaroo hawwaasaa kan ta’an barattoota Oromoo sadii Ambulaansiidhaa beekaa rukutuudhaan lama ajjeesanii tokko du’aaf jireenya gidduu jiraachuu Qeerroon gabaase.Ajjeechaan kun guyyoota muraasa darban keessa kan fudhatame yoo ta’u,Barataan Ajjefame tokko gaafasuma haara reef kan mooricha seenee guyyuma sana du’aan gale yoo ta’u kanneen hafan sunneen illee haala rifaasisoon ajjeefamuun akkan kan Aarse jiru ta’uu barattoonni dubbatan