Hawaasa Oromoo Hundaaf- Boordii Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa Irraa

Qeerroo interHawaasa Oromoo Hundaaf

Akkuma beekamu Qeerroon Bilisummaa Oromiyaa keessatti mirga uummata Oromoo fi walbummaa Oromiyaa kabachisiisuuf mootummaa abbaa irree biyya bulchu waliin qabsoo hadhooftuu gaggeessaa jira. Qabsoo kana keessattis lammiiwwan keenya hedduun lubbuu isaanii bakka bu’umsa hin qabne dhabaniiru, qaamaas hir’ataniiru akkasumas mana hidhaa keessatti dararaa dhala namaaf hin malle argaa jiru. Keessumattuu Fincilli Xumura Gabrummaa (FXG) Sadaasda 12, 2015 eegalee hanga ammaatti finiinee deemaa jiru fi lubbuuwwan qaqqaaliin kan itti wareegaman waggaa tokkoffaa isaa haala lamaan yaadachuun barbaachisaa dha.

  1. Uummata keenya sochii fincilaa kana keessatti lubbuun isaanii darbe, kan qaamaa hir’atanii fi kan mana hidhaa wayyaanee keessatti dararamaa jiraniif gadda onnee Oromummaa irraa madde ibsuu
  2. Qabsoo adeemsa bu’i bahii hedduu keessa darbee sadarkaa amansiisaa irra ga’eef dhiyaachuu bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa kan nutty mul’iseef ammoo gammachuu keenya ibsuun barbaachisaa dha

Haaluma kanaan hawaasni Oromoo bakkuma jirtanitti guyyaa kana gareedhaanis ta’e dhuunfaadhaan huccuu gurraacha uffachuudhaan gadda lammummaatiin akka kabajnu waamicha isiniif dhiyeessina. Hawaasni Oromoos bakka jirtanitti haala mijeessuu fi qindeessu irratti gargaarsa akka nuuf gootan kabajaan isin gaafatna.

Qeerroon Qaroo Uummata Oromoo ti!!

Nagaa Wajjin

Boordii Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa

 

One response

  1. Reblogged this on ademmisoma's Blog and commented:
    Hawaasa Oromoo Hundaaf

    Akkuma beekamu Qeerroon Bilisummaa Oromiyaa keessatti mirga uummata Oromoo fi walbummaa Oromiyaa kabachisiisuuf mootummaa abbaa irree biyya bulchu waliin qabsoo hadhooftuu gaggeessaa jira. Qabsoo kana keessattis lammiiwwan keenya hedduun lubbuu isaanii bakka bu’umsa hin qabne dhabaniiru, qaamaas hir’ataniiru akkasumas mana hidhaa keessatti dararaa dhala namaaf hin malle argaa jiru. Keessumattuu Fincilli Xumura Gabrummaa (FXG) Sadaasda 12, 2015 eegalee hanga ammaatti finiinee deemaa jiru fi lubbuuwwan qaqqaaliin kan itti wareegaman waggaa tokkoffaa isaa haala lamaan yaadachuun barbaachisaa dha.

    Uummata keenya sochii fincilaa kana keessatti lubbuun isaanii darbe, kan qaamaa hir’atanii fi kan mana hidhaa wayyaanee keessatti dararamaa jiraniif gadda onnee Oromummaa irraa madde ibsuu
    Qabsoo adeemsa bu’i bahii hedduu keessa darbee sadarkaa amansiisaa irra ga’eef dhiyaachuu bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa kan nutty mul’iseef ammoo gammachuu keenya ibsuun barbaachisaa dha

    Haaluma kanaan hawaasni Oromoo bakkuma jirtanitti guyyaa kana gareedhaanis ta’e dhuunfaadhaan huccuu gurraacha uffachuudhaan gadda lammummaatiin akka kabajnu waamicha isiniif dhiyeessina. Hawaasni Oromoos bakka jirtanitti haala mijeessuu fi qindeessu irratti gargaarsa akka nuuf gootan kabajaan isin gaafatna.

    Qeerroon Qaroo Uummata Oromoo ti!!

    Nagaa Wajjin

    Boordii Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: