Oduu Ammee:-

Oduu Ammee:- Hanga ammaatti reeffi ilmaan Oromoo Irreecha irratti wareegame, 180 lakkaawamee waajjiraa poolisii magaalaa DUKAM itti kennamuu misensi Qeerroo achii wajjiin harkasaatiin waliin rakkachaa jiran jiran gabaasan.
Dabalataan Dargaggoo lama bahinsa magaalaa Bishooftuu irratti Rasaasaan rkutanii galaafataniiru. Namootni reeffi isaanii hin argamiinis hedduun waan jiraniif walumaa galatti namootni lubbuun dabran yoo xinnaate 200/dhibba lamaa ol akka ta’an beekameera. Kana gubbaatti namootni hospitaala seenan 100 0l haala yaaddessaa keessa jiru.

Dhumaratti Abbaan Gadaa Oromoo Obbo Bayyanaa Sanbatoo poolisootaan akka malee tumamuun mirkanaayeera

 

2 responses

  1. Pingback: Oduu Ammee: « QEERROO | OromiaTimes

  2. Guyyaa arrantaan baqqatoonii oromoo magaalaa nairobia kenniya kessa jirtaan sirnaa ayyaan irrechaa kabajachaa osso jiraan ,Abbassiin moottuuman wayyanee obbo diinaa muftii poolisii kenniya itti fiidee dargagotaa oromoo 46 hidhaat gursiisee, halluuma kaan baqqatoota oromoo nairobia kessaa jiruu heduu rebbsiisaa. Qabsawaan nii kufaa qabsoon itti fufaa, Gadaan gadaa bilisummatii , injiifaannoon taan ummataa oromotii, Qeerroo oromoo jabadhaa jajabadhaa issin wajjin jiraa.

    2016-10-02 20:02 GMT+03:00 QEERROO :

    > Qeerroo posted: “Oduu Ammee:- Hanga ammaatti reeffi ilmaan Oromoo Irreecha > irratti wareegame, 180 lakkaawamee waajjiraa poolisii magaalaa DUKAM itti > kennamuu misensi Qeerroo achii wajjiin harkasaatiin waliin rakkachaa jiran > jiran gabaasan. Dabalataan Dargaggoo lama bahin” >

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: