Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
qabsoon finiinee lammii schoose
gootni baroodee gaara dhodhoose
hayyuun wal waamee
beekaan walitti dhaamee
shamarree fi dargaggeessa
kan biyya alaa fi keessaa
yoom taa’e abdii muratee
falmii diriirse garaa kutatee
du’as taatu jireenya
hin laannu biyya keenya
dhaioota akka Taaddasaa
kan rafee gad hin ciisne
goota jajjabaa qanaa
kan karaasaa alagaaf gad hin dhiisne
hedduutu jira kan akka eebbisaa
kan ajjeesee geeraru
harka duwwaa nu ilaaleeti
kan diinni nutti yeelalu
dhalootni dhaloota boruu beeku
kan akka atileet fayyisaa kan ilmasaaf akeeku