Godina Arsii keessatti Kaabinooti Wayyaanee 5 ummatatti harka kennan

Hagayya 8,2016 Godina Arsii bahaa aanaa Lemmuuf Bilbiloo magaala Xijjootti ummanni gosa Xijjoo kan ijoolleen jalaa du’an kaabinota mootummaa nama shan(5)

  1. Katamaa Waaqoo bulchaa aanaa
  2. Qaasim Ansee kaabinee godinaa
  3. Shittaa Sabbooqaa kaabinee gandaa
  4. Awwal Abdii bakka bu’aa paarlama
    fi
  5. Kan maqaan isaa hin baramne kanneen akka aadaa Oromoo itti sangaa qalanii gumaa lallabatanii kan galan yoo ta’uu jarriin kana gumaa irraa baafanna malee irraan kafalannu jechuun waadaa walii seenun addaan galuu

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s