Adoolessa 28,2016 Godna Wallaggaa magaalaa Madiin keessatti FXG itti fufee jira. Aside Posted on July 28, 2016 by Qeerroo Odeessi Qeerroo Mandii akka eeretti, maqaa hidha abbayy jedhuun Wayyaaneen Ummata magaalaa Mandii sossobuuf yeroo ta’u uummati itti ba’ee waajjiraalee wayyaanee gube FXG finiinse akka jiru beekameera Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( July) | OromianEconomist