Adoolessa 28,2016 Godna Wallaggaa magaalaa Madiin keessatti FXG itti fufee jira.

Odeessi Qeerroo Mandii akka eeretti, maqaa hidha abbayy jedhuun Wayyaaneen Ummata magaalaa Mandii sossobuuf yeroo ta’u uummati itti ba’ee waajjiraalee wayyaanee gube FXG finiinse akka jiru beekameera

1 thought on “Adoolessa 28,2016 Godna Wallaggaa magaalaa Madiin keessatti FXG itti fufee jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( July) | OromianEconomist

Leave a comment