Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Adoolessa 26, 2016

1 thought on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Adoolessa 26, 2016

  1. Qeerroo ulfaa dhaa seenaa addunyaa Afrikaa keessatti hojjetamee hin beekne hojjechaa jirtan hedduu isniin boonna.

    Ergaan ummata Oromoo hundaaf qabu, yeroon yeroo Oromoon hundii lafaa ka’ee waliin dhaabbachuu qabu amma. Ka’aa lafaa waan qabdan hundaan diina hiddi isaa buqqa’e kun akka lammada hidda isaa lafatti gadi hin deebine godhuun amma.

    Sabni guddaan kun diina yartuu kanaan sabni guddaan akkanatti dhiitamee jiraachuun salphina fi waan dubbachuu filllee nama rakkisu waan ta’eef ka’aa lafaa Oromoo.

    Ka’i Oromoo, ka’i, ka’i ka’i yeroon isaa amma.

Leave a reply to kiyyoo Cancel reply