Adoolessa 18,2016/ Magaalaa Adaamaattis mormiin konkolaachiftootaa eegaluun konkolachiftoonni gara Finfinnee fi gara Arsii bahaa dalagan dalagaa dhaabuun mormii sirna Wayyaanee eegalanii jiru.
Kana maleess galgala kana ammoo waraanni Wayyaanee humni guddaan gara magaalaa Itayyaa fi magaalaa Shaashamannee konkolaataan yaa’aa jiraachun himame. Har’a galgala keessa Saa’atii 5:30wb Naannoo Asallaatti dhukaasi meeshaa dhagahamaa jira. Waraanni Wayyaanees galgala kana baay’innaan magaalattii guutee jiraachuu gabaasi Qeerroo addeessa.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( July) | OromianEconomist