Godina Lixa Shaggar Keessatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oroiyaa FXG Utuu Wal Irraa Hin Citiin Gaggeeffaamaa Jira.

Itti fufaWaabajjii 12/2016 Godina Lixa Shaggariitti Warraaqsii Biyyoolessaa Oroiyaa FXG Utuu Wal Irraa Hin Citiin Gaggeeffaamaa Jiru , FXGn Kan Marsaa 6ffaan Bifa Adda Ta’een Wayita Qabachuuf Jiru Kanatti Waranni Agaazii Wayyaanee Sakkatta’insaa Seeraan alaa Bakkoota Hedduutti Gaggeessuun Uummaata Shororkeessaa  Jiraachuun Ibsame.

   Daandiiwwaan Finfinnee irraa gara dhiha Oromiyaatti geessuu addatti Lixa shaggaar daandii gara aanota akka  Jalduu Shukutee,Gaaleessaaa, Dandii Ilfata,Waddeessa,Ada’aa Bargaa, Meetaa Roobii, Gindabarat,fi gandoota baadiyaa godinichaa keessaattillee uummaatni sakkaatta’insa waraana wayyaaneeen shororkeeffamaa jiraachuun ibsame.

  Warraaqsii biyyooleessaa Oromiyaa FXGn hanga gaaffiin mirga abbaa biyyummaa deeebii argatuuttii fi waranni agaazii oromiyaa gadhiisee bahuu fi  hidhamtootni oromoo hundii hiikkamanitti fi ajeechaa jumlaa oromiyaa keessatti gaggeeffaa jiruuf hanga mootummaa yakkamaan kun aangoo biyyaa bulchuu gadi lakkisee seeraatti dhiyaatuutti warraaqsii biyyooleessaa oromiyaa takkaa kan hin dhaabbanee fi yeroo yeroon bifa isaa jijjiirratee kan itti fufu ta’uu qeerroon bilisummaa Oromoo hubachiisuun diina boqoonnaa dhorkuu itti fufee jiraachuu hubchiise.

One thought on “Godina Lixa Shaggar Keessatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oroiyaa FXG Utuu Wal Irraa Hin Citiin Gaggeeffaamaa Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 ( June) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s