Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Ayyaanni Irreechaa Sirna Miidhagaan Kabajamee Qeerroon Gabaase.

Caamsaa 22,2016 Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee keessatti Ayyaanni irreecha Arfaasaa haala ho’aa ta’een kabajamee oolee jira.Ayyaanni kun kan kabajames qeerroo Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Wallaggaa akkasumas uummata magaalaa Naqamtee fi naannoo isheen kabajame oolee jira. Ayyaanni Irreechaa kana irrattis sirni yaadannoo gootota Oromoo kabajamtoota Abbootii gadaafi qeerroo mooraa Yuunversiitii Wallaggaan yaadatamee ooluusaa maddeen keenya achirraa nu qaqaban tokko tokko ifa ifa godhaniiru.

 

1 thought on “Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Ayyaanni Irreechaa Sirna Miidhagaan Kabajamee Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s