Godina Booranaa Bulee Horaa Keessatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bifa Qindaayeen Kabajame.

Caamsaa 22/2016 Godina Booranaatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bulee Horaatti Bifa Qindaa’een Yeroo Jalqabaatif Gootota Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Bulee Horaatiin Kabajame!! Ayyaanni Irreechaa kuni akka hin milkoofneef waraanni mootummaa Wayyaanee barattootni akka mooraadhaa hin baane dhorkuu yaalus goototni Barattoota Oromoo Yuunibarsiitichaa gootummaadhaan fuuldura dhaabbachuudhaan bahanii kabajataniiru. Yaa tahu malee, waraanni mootummichaa ummatni naannichaa bahanii akka hin irreeffanne dhorkuudhaan Abbootiin Gadaa qofti barattoota waliin bahanii irreeffatan. Itti dabalees, walleewwan warraaqsaa akka hin sirbamne dhorkuuf akka mijatutti barattoota irraa waraqaa eenyummaa (ID Card) funaanaa turaniiru. Irreechi Irree Keenya!!Godi

1 thought on “Godina Booranaa Bulee Horaa Keessatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bifa Qindaayeen Kabajame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s