Yuunversiitii Wallaggaa keessatti humni federaalaa baratoota bahuuf galuu dhorkaa jiraachuun beekame.

IMG_20130101_035451Caamsaa 18,2016, Yuunversiitii Wallaggaa keessatti humni federaalaa baratoota bahuuf galuu dhorkaa jira.Torban kana keessas mootummaan gabroonfataan Wayyaanee humna qawween biyya bulchaa jiru sodaa guddaa keessa seenuun mooraa yuunversiitichaa keessa bombii seensitan maqaa jedhuun baratoota nagaa irratti sakata’iinsa geggeessaa jira.Seensa Yuunversiitichaa irratti sakata’iinsa jabaan geggeefamaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu qaqaban eeraniiru.

1 thought on “Yuunversiitii Wallaggaa keessatti humni federaalaa baratoota bahuuf galuu dhorkaa jiraachuun beekame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a comment