Godina Wallaggaa lixaa aanaa Najjoo keessatti eda halkan barruuleen warraaqsaa faca’aa fi maxxanfamaa buluu Qeerroon gabaase.

20160518055903Caamsaa 18/2016 halkan edaa godina Wallaggaa lixaa aanaa Najjoo keessatti barruuleen warraaqsaa facaafamaa bulanii jiru.Haaluma kanaa halkan edaa magaalota kaneen akka Najjoo akkasumas magaalaa Warra Jirruu fi kaneen biroo keessatti baruuleen warraaqsaa heeduun Qeerroo magaalattiin  facaafamaa akka bulan maddeen keenya achirraa nu qaqaban ifa godhu.Kanumaan kan wal qabateen guyyaa har’aa kanas mootummaan gabroonffataan Wayyaanee sodaa guddaa keessa seenuun humna federaalaa uummata naannoo sanaa irra fidee qubachiisuun uummata goolaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu qaqaban ifa godhu.

1 thought on “Godina Wallaggaa lixaa aanaa Najjoo keessatti eda halkan barruuleen warraaqsaa faca’aa fi maxxanfamaa buluu Qeerroon gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s