Godina Harargee Lixaa Magaalaa Asaboot Keessatti FXG Itti Fufe.

Guyyaa arraa galgala kan caamsa 17/2016 Harargee Lixaa magaalaa Asaboot keessatti mormii bifa haarawan arraa eegalee jira. Waraanni Agaazii konkolaataa lamaan dhufee magaalaa too’achuuf yaalaa jira. Qeerroon magaalaa Asaboot sodaa tokkoo malee qabsoo itti fufna jechun dhaadataa jiran. Qeerroon magaalicha haala qindoomina qabuun dhadannoolee “Abbaan Biyyaa ABO dha Abbaan Biyyaa Oromoo dha” jechaa dhiisifataniiru.

1 thought on “Godina Harargee Lixaa Magaalaa Asaboot Keessatti FXG Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s