Guyyaa arraa galgala kan caamsa 17/2016 Harargee Lixaa magaalaa Asaboot keessatti mormii bifa haarawan arraa eegalee jira. Waraanni Agaazii konkolaataa lamaan dhufee magaalaa too’achuuf yaalaa jira. Qeerroon magaalaa Asaboot sodaa tokkoo malee qabsoo itti fufna jechun dhaadataa jiran. Qeerroon magaalicha haala qindoomina qabuun dhadannoolee “Abbaan Biyyaa ABO dha Abbaan Biyyaa Oromoo dha” jechaa dhiisifataniiru.
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
Related
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (May) | OromianEconomist