Goototni Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Daragaggootni Barattootni Oromoo fi qabsa’otni Oromoo Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Oromiyaa Gidduu Galaa Fi Handhuuraa Oromiyaa Maagaalaa Finfinnee Keessatti Bifa Ha’aa Ta’een Ebla 15/2016 Kabajamtan!!

12999533_662436543894578_383520273_o 13022174_662436183894614_103095983_n 13022327_662436180561281_2140939978_n 13045551_662436173894615_157574544_n 13046238_662436210561278_327658916_nGoototni Hoggattootni Qabsoo Bilisummaa Oromoo Warraaqsaa (FDG-FXG) Qeerroon daraggootni Oromoo , sabboontootni goototni Oromoo fi goototni Barattootni Oromoo sadarkaa adda addaa irratti walitti dhufuun Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo(GGO) dungoo halluu Diimaa Magariisaa Diimaa qabu halluu alaabaa ABO qabsiifachuun seenaa gootota Oromoo Kaleessaa fi Har’aa waliif ibsuun Kaayyoon Goototni Oromoo irratti wareegamaanii fi wareegamaa jiran tokkicha ta’uu fi kayyoo haqaa kan dhugaa bilisummaa saba Oromoo hunda hammatee ta’uu ifa waliif gochuun kayyoo Goototni Oromoo Irratti wareegamaa qalii kanfalaa jiraniifi nuti dhalootni har’aas xummura itti gochuuf wareegama qaalii kan itti kanfalaa jirruu fi Uummatni keenyaa Uummatni Oromoo Oromiyaa cufa keessatti Warraaqsaa FXG keessatti qooda olaanaa kanfalaa jiraachuu waliif ibsuun FXG marsaa 5ffaa Guyyaa Gootota Oromoo Sababeeffachuun qabsiifamee finiinfamaa jiruu daran jabeessuun abbaa irreetti xummura gochuuf Irbuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo haaromsachuun bifa Adda ta’een Kabajamee jira!! Goototni Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Daragaggootni Barattootni Oromoo

1 thought on “Goototni Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Daragaggootni Barattootni Oromoo fi qabsa’otni Oromoo Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Oromiyaa Gidduu Galaa Fi Handhuuraa Oromiyaa Maagaalaa Finfinnee Keessatti Bifa Ha’aa Ta’een Ebla 15/2016 Kabajamtan!!

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (April) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s