Guyyaa har’aa Ebla 15,2016 Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Jaarsoo Ebla 15 Ayyannaa Gootota Oromoo Sababefaachuun Barruulee Warraaqsaa Raabsaa Jiru.

12973458_604271843058068_601449585454080076_o 13002425_604271513058101_3586473088707550344_oBarruuleen raabsamaa fi maxxanfamaa jiran kuniin qabxiilee 12 kan of keessaa qaban yeroo ta’u.
1 Qe’ee irraa buqa’uun uummataa haa dhabatu kaneen buqifamaniif beenya haa kenamu 2 Gibbirrii daldalaaf qotee bulaa keenya irraa hiratu

3 Hiidhaa fi ajeechaan haa dhabatu

4 Bartoonnii fi barsisonnii akkasumaas hojetonnii Oromoo hojii irraa ari’aman akka deebi’anii fi kkf heddumminaan maxxanfamaa fi raabsamaa jira.

1 thought on “Guyyaa har’aa Ebla 15,2016 Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Jaarsoo Ebla 15 Ayyannaa Gootota Oromoo Sababefaachuun Barruulee Warraaqsaa Raabsaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (April) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s