Gootonni Ummata Oromoo Godina Harargee Bahaa Fadiis FXG Itti Fufuun Kaabinooti Wayyaanee Marti Akka Magaalaa fi Aanaa Keessaa Gadhiisanii Bahan Gaafataa Jiru. 

Fadiis Fadiisii FadisHaragee bahaa aanaa Fadisitti hawaasni, manguddoonni, dargaggoonni,hojjattoonni fi jiraattonni aanichaa marti obsa kan fixatan warraaqsa isaanii guyyaa kaleessaa irraa jalqabee haga arraatti , jechuunis guyyaa lamaaf 29/3/2016 fi 30/3/2016 ksan itti fufe yeroo ta’u, amma guutummaa guututti, bulchaa aanaa obbo Musxafaa Mahammad dabalatee kaabinoota hunda hojii irraa akka dhaabbatan taasifamanii jiru. Dabalataan, bakka bu’ummaan kanneen godina irraa warraaqsa kana dhaamsuuf kan argaman, namoonni maqaan isaanii 1. Xilaahun fi 2, Bushraa kanneen jedhaman haga namoota isiniif bakka buufnu koreen mari’annee xumurrutti bulchaa keessan kabajjanii hojiin haadeemu jedhanillee, garuu hawaani hin barbaannu jechuun mormanii jiran.

1 thought on “Gootonni Ummata Oromoo Godina Harargee Bahaa Fadiis FXG Itti Fufuun Kaabinooti Wayyaanee Marti Akka Magaalaa fi Aanaa Keessaa Gadhiisanii Bahan Gaafataa Jiru. 

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s