SBO Bitootessa 20,2016. Oduu, Gabaasa FXG, Sochii Hawaasa Oromoo Sa’ud Arabiyaa ilaalchisee gaaffii fi deebii qaamota adda addaa waliin, akkasumas Sochii boonsaa hawaasni Oromoo Awustiraaliyaa gochaa jiru irratti kan fuulleffate gaaffii fi deebii geggeeffame

1 thought on “SBO Bitootessa 20,2016. Oduu, Gabaasa FXG, Sochii Hawaasa Oromoo Sa’ud Arabiyaa ilaalchisee gaaffii fi deebii qaamota adda addaa waliin, akkasumas Sochii boonsaa hawaasni Oromoo Awustiraaliyaa gochaa jiru irratti kan fuulleffate gaaffii fi deebii geggeeffame

  1. Dhibbaa loltooni wayyanee taasisaa jirtu keessaa qabeenyaa seeraan ala saamaa jirti:
    1. Mana nyaataa galuun erga nyaatanii booda kafaluu diduu
    2. Mobayilii fii qabeenyaa Adda addaa baratootaa fi jiraatota irraa saamuu
    3. Horii qotee bulaa qalatanii nyaachuu (Naannoo Sulultaatti) fi badii kff raawwachaa jirti.

Leave a reply to kumela Fana Cancel reply