Wayyaanot Yuunibarsiitii Jimmaa Qubatan Gocha Diinummaa Barattoota Oromorratti Raawwachuu Itti Fufan

Bitootessa 18,2016
JimmaaYeeroo gara yeerootti barattoota Oromoo adamsee afaan diinaa buusuun adda duree kan ta’e Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa guuyyoota sadeen darbe keessa mooraa Techno keessa barattoota sadii gara mana hiraarsaa Qaallittitti akka dabarse nii yaadatama har’as Beeksisa barattootarratti baasaa akka jiru dhaga’amaa jira Gocha kana adda durummaan Raawwachaa kan jiran Kaalid abbaa Tamaam yoo ta’u miidhama barataarraan gahaa jiruuf itti gaafatamaa ta’uu hubachiifna.Qeerroo
Yuunibarsiitii Jimmaarraa

1 thought on “Wayyaanot Yuunibarsiitii Jimmaa Qubatan Gocha Diinummaa Barattoota Oromorratti Raawwachuu Itti Fufan

  1. Baratooni fi namoon gocha shororkessummaa wayyaneen qabanii turaniif ammas qabamaa jiran buufata leenjii loltoota Xoolayiti guuramaa jiru, reebichii fii miidhaan Adda addaas irra ga’aa jira. Kanneen keessayis baratooni baa’een dhibee garaa kaasaa ( albaasuu) fi balaqisuun(hoqisisuun) qabamuun rakkoo guddaa irra akka jiran madeen dhugaa ta’an irraa hubatameera. Kanaaf haalli ittiin garagaraman too miija’uifii baate ijoolleen dhumuu ishiiti.

Leave a reply to Kumela Fana Cancel reply