Diddaan Gootota Qeerroo Yuuniverstii Wallaggaa Har’as Itti Fufee Jira.

received_570869543088971 received_572079532967972 received_572079536301305Adoollessa 07, 2016  Fincilli Xumra Gabrummaa gootota Qeerroo baratoota Yuunversiitii Wallaggaan ganama kanas bifa haaraan dhohee jira. Yeroo ammaa kanas baratoonni guutummaan guutuutti barnoota lagachuun barnoonni bilisummaa booda jedhanii diina raasaa jiru.

Galgala edaas akkuma beekamu Qeerroon Yuunversiitii Wallaggaa diddaa dhageesisaa turuun ni yaadatama .Haa ta,uyyuu malee mootummaan gabroonfataa baratoota nagaa irratti ol seenuun dhukaasa banuyyuu baratoonni kun sodaa tokko malee injifannoo boonsaa hojjetaniiru.Polisoota Yuunversiitichaa dhagaadhumaan hariuun kaampasicha keessaa baasuun bosonatti galchuun injifannoo boonsaa galmeesisaniiru

2 thoughts on “Diddaan Gootota Qeerroo Yuuniverstii Wallaggaa Har’as Itti Fufee Jira.

  1. Jabaadhaa barana bara Bilisummaa ti

    Horaa Bulaa

    2016-03-07 10:32 GMT+03:00 QEERROO :

    > Qeerroo posted: ” Adoollessa 07, 2016 Fincilli Xumra Gabrummaa gootota > Qeerroo baratoota Yuunversiitii Wallaggaan ganama kanas bifa haaraan dhohee > jira. Yeroo ammaa kanas baratoonni guutummaan guutuutti barnoota lagachuun > barnoonni bilisummaa booda jedhanii diina raasaa” >

  2. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a reply to Boru Ganamo Cancel reply