Godina Wallaggaa aanaa Bojii Coqorsaa mana barumsaa Giddaa Biqiritti Keessatti FXG Jabaa Ta’e Gaggeefamaa Oole.

12498455_570110059831586_2130076831_n 12736246_570110063164919_1007143511_n 12784529_570110056498253_1758281248_n 12784624_570110066498252_933618245_nBitootessa 03,2016  Godina Wallaggaa aanaa Bojii Coqorsaa mana barumsaa Giddaa Biqiritti mormii mudateen barattootni heedduun rasaasaan rukutamanii barataan Isaayaas Gabayyoo jedhamu immoo akkuma hospitaala Najjoo gaheen lubbuun darbeera. Barattootni rukutaman muraasni 1. Eebbaa Caalaa 2. Fiqiruu Yaadataa 3. Badhaasaa Fiqaaduu jedhamu.

1 thought on “Godina Wallaggaa aanaa Bojii Coqorsaa mana barumsaa Giddaa Biqiritti Keessatti FXG Jabaa Ta’e Gaggeefamaa Oole.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a comment