Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Diinni yeroo ammaa abiddii kutachuu irraa kan kan ka’e:
1. Ummata irratti tarkaaffii gara jabinaa yoo fuchaa dhufte iyyuu ummani kutannodhaan karaa hundumaa dura dhabbachaa yoo jiraate iyyuu hoggansi gahaa fi qabsoo kana galma geesisuu dhiyooti bira dhabbachuun,karoora qabsoo kan,guyyaa,torbaanii fi isaa xumuraa baasuun ummata bilisummaa dheebotee socho’u kana abiddii itti gochuu,gara boodaatti akka hindeebine waantota qabatamaa ta’an raawwachu.
2. Jarri oromoo irraa akka abiddi hinqabine waan beekituuf,akkuma barte qabeenyaa haala kamiinuu jiru Tigiraayitti halkanii guyyaa guuraa jirti:-
a) Midhaan gosaa humdumaa
b) Warshaalee adda addaa
c) Meeshaalee waranaa
d) Gargaarssa ummata beela’eef biyyaa alaatii dhufu; kan akka qamadii,zayitt. sukaaraaa fi kkf,kunis akeeki ishii filannoo ummachuuf;
-Yoo milkoofitee waanjoo garbummaa ummata keenya irratti fe’uun hanga dhumaatti bituu,
-Yoo ta’uufii baate immoo fatoqixee qabeenyaa yoo xinnate (keessaa iyyuu nyaata),waggaa kudhanii olummata Tigiraa jiraachisu kuufachuu;ummata kan akka Amhaaraa,Gaambeellaa fi Beenshaangul kana uminaanis ta’u tolaan ofduukaa hiririsuun ummata oromoo rukutuuf dadhabisuu(saba biraa kan oromoo keessaa jiraatu dabalatee)
-Miseensota OPDO amma jiran jijjiruun namoota baa’ee ummata isaanii caala baa’ee of jaalatanii fi sirritti isaaniif ergamuu danda’aniin bakka buusuuf qopha’aa jiru, kaan ammayyuu bakka buusuuf qopha’aniiru; keessaayuu warren Saba biraa ta’anii fii qooqa beekan
-Namoota baratan hanga danda’ameti qarshiin bituun ofduukaa hiririsuun;yoo kanaan didan rukutuuf hiduu
-Maqaa talallitiin qorcha ummata oromoo dhala kutu (maseensu,silent genocide )kennu; akkuma kanaan dura dhibee ‘Tiraakomaatiif’jedhamee qorichi sanyii maseensa jedhamuun shakkamu tokko ummata baadiyyaa akka kenname ture(keessayyu aanaalee Lixa Shawaa hunda)keessatti,kan raawwate kun ammas haala biraatiin itti deemiti jedhamee waan shakkamuuf dhimmi kun akka ummani oromoo martinuu otuu qoricha;keessayyu,haala talallitiin itti kennamu of-eegannoo akka taasisuuf qorichichi utuu ogeessan hin qoratamiin akka hin fudhanne atattamaan ummataaf akka darbu,
-Qabeenyaa ishiin oromiyaa irraa saamitee ittiin ummata kana fixxuu kun gonkumaa gadittilakifamuu hinqabu yeroo argachuus hinqabidu,yaada naanneffachu hin qabidu; yeroo argachuus hinqabduu;ummata kana rukkutaaf ajjeessuu itti fufufuu hinqabidu; isinuu waan baa’ee beekitu,argitu dhageessuu maal isinitti himuu!!,qalbiidhuma kootu na dhiibee,na didee na dubbisa malee.
Mataatu nudhkubee bar dhiiroo,umurii koo waggaa 55 keessatti hojannan hinqabanoofinne,barannan bu’aa hintaane hidhaa malee,dhalchinaan furmaata hintaane yaaddoo malee, dubbannaan hintaane kolfa malee, maaliti hafeelaata jireenya lafa kana irratti,nothing, nothing…nothing left for us,every worst thing has happened to us (inhuman )!!
ummanni oromo cimee ka,u qaba