Guraandhala 24/2016 Godina Kibbaa Dhihaa Oromiyaa Godinaalee Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaa Keessatti warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa #FXG’n Guraandhala 23/2016 Irraa eegaluun bifa qindaa’een gaggeeffamuun itti fufe!

Guraandhala 24/2016 Godina Kibbaa Dhihaa Oromiyaa Godinaalee Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaa Keessatti warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa #FXG’n Guraandhala 23/2016 Irraa eegaluun bifa qindaa’een gaggeeffamuun mootummaa wayyaanee rifaasiisaa fi yaaddeessa kan jiru warraaqsaa waliigalaa Oromiyaa Godinoota cufa qabatee jiru kanadha. Guyyaa kaleessaa sagalee guddaan Jimmaa #ShabeeSomboo keessatti warraaqsii egaale har’as itti fufe jira.

Guyyaa har’a 24/2016 Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Baddalee keessatti gootota Barattooota oromoo Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaan FXG’n finiina jira. warraaqsii Godina Kibba Dhihaa Oromiyaa keessatti Eegalee kun Aanota godina Jimmaa fi godina iluu Abbaa Booraa Cufaa keessatti jabaatee kan itti fufu ta’uu maddeen kenya ibsaniru.. Qabsoon itti fufa garboomsaan ni kufa!!

1 thought on “Guraandhala 24/2016 Godina Kibbaa Dhihaa Oromiyaa Godinaalee Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaa Keessatti warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa #FXG’n Guraandhala 23/2016 Irraa eegaluun bifa qindaa’een gaggeeffamuun itti fufe!

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s